ቢሮው የአገልግሎት አሰጣጥ መማክርት ጉባኤ ምስረታ አደረገ::
ቢሮው የአገልግሎት አሰጣጥ መማክርት ጉባኤ ምስረታ አደረገ::
=============================
አዲስ አበባ ፡-መስከረም 29 ቀን 2018 ዓ/ም
አዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ንግድ ቢሮ የአገልግሎት አሰጣጥ መማክርት ጉባኤ ምስረታ አደረገ፡፡
የንግድ ግብይትና ገበያ ዘርፍ ም/ቢሮ ኃላፊ አቶ ፍስሀ ጥበቡ በካውንስሉ ምስረታ ላይ በዋናነት አገልግሎት አሰጣጥ፤ አቅርቦት አኳያ እና ቁጥጥር ስራዎች ቢሮው በዓዋጅ የተሰጡት መሆኑን ገልፀው ፡፡ የካውንስሉ አባላት እምታግዙን ነገር በአግባቡ ውጤታማ አገልግሎት የነቃ ሸማች እንዲፈጠር አላማ ያደረገ የግብይት ሰንሰለት እንዲኖር ነው ብለዋል፡፡
የቢሮው ፅ/ቤት ኃላፊ አቶ ታረቀኝ ገመቹ ደረጃውን የጠበቀ አገልግሎት እንዲፈጠር ስለሚያስገድድ ተገልጋዩ እንዲረካ የካውንስሉ መቋቋሙ አስፈላጊነት ነው ብለዋል፡፡
በተያያዘም የቢሮው ኢንስፔክሽን ሪጉላቶሪ ም/ቢሮ ኃላፊ አቶ ስመኘው ተሸመ የሚቋቋው ካውንስል ውጤታማ እንዲሆን መተጋገዝ እንደሚጠበቅ አሳስበዋል፡፡
የቢሮው አገልግሎት አሰጣጥ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር አቶ አብዮት ቱሉ የአገልግሎት አሰጣጥ መማክርት መመስረቻ ሰነድ አቅርበዋል::
Biiroon Mana Maree Tajaajilaa Gorsaa Kenniinsa Hundeesse::
========================
Finfinnee: -Fulbaana 29, 2018
Biiroon Daldalaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana Maree Tajaajilaa Gorsaa Kenniinsa hundeesse.
Itti gaafatamaan damee Daldalaa fi Gabaa Obbo Fiisaa Xiibabuu akka ibsanitti, hundeeffamni mana marichaa adda durummaan kenniinsa tajaajilaaf akka ta’e; hojiiwwan dhiyeessii fi to’annoo, kanneen labsiidhaan biiroof kenname.
Miseensonni mana marichaa wanti isaan deeggaraa jiran sansalata gabaa tajaajila sirrii fi bu’a qabeessa ta’e fayyadamaa sochii qabu uumuuf kaayyeffate qabaachuudha jedhan.
Itti gaafatamaan waajjirichaa obbo Tareqeny Gamachu akka jedhanitti, hundeeffamni mana marichaa tajaajila sadarkaa isaa eeggate uumuu waan barbaaduuf, fayyadamaan itti quufinsa akka argatu gochuun barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.
Kanumaan wal qabatee itti gaafatamaan kutaa Inispeekshinii fi Dambii daldaala kan ta’an Obbo Simanyo Tashome, manni marichaa hundeeffamu bu’a qabeessa ta’a jedhamee eegama jechuun cimsanii dubbataniiru.
Daarektarri Daayirektoreetii Kenniinsa Tajaajila biirichaa obbo Abihot Tuluu sanada gorsaa kenniinsa tajaajilaa hundeessu dhiyeessan.
Comments
Nothing was found.
Leave Your Comments