የተማሪዎች የምገባ ሁኔታን ይበልጥ ለማሻሻል የባለድርሻ አካላት ጠንካራ ቅንጅታዊ አሠራር ወሳኝ መሆኑ ተገለፀ።
የተማሪዎች የምገባ ሁኔታን ይበልጥ ለማሻሻል የባለድርሻ አካላት ጠንካራ ቅንጅታዊ አሠራር ወሳኝ መሆኑ ተገለፀ።
የካቲት 02/2018 ዓ ም
ቢሮው የተማሪዎች የምገባ ተግባራት አፈፃፀምን ከባለድርሻ አካላት ጋር በመገምገም ቀጣይ አቅጣጫ አስቀምጧል።
ከተማሪዎች ምገባ ጋር ተያይዞ የዳቦ አቅርቦትን ማሻሻል በሚቻልበት ሁኔታ ከሸገር ዳቦ፣ ከምገባ ኤጀንሲ እና ከትምህርት ቢሮ ከተወከሉ አመራሮች ጋር ውይይት ተካሂዷል።
በውይይቱ ከዳቦ አቅርቦት ጋር ተያይዞ የሚታዩ ውስንነቶች ተነስተው በቀጣይ መሻሻል እንዲኖር የመፍትሄ አቅጣጫ ተቀምጧል።
ውይይቱን የመሩት የአዲስ አበባ ንግድ ቢሮ ኃላፊ ክብርት ወ/ሮ ሀቢባ ሲራጅ የተማሪዎች የምገባ ደረጃ በቀጣይነት እያሻሻሉ ለመሄድ ባለድርሻ አካላት ተቀናጅተው ሊሠሩ ይገባል ብለዋል።
Soorata barattootaa daran fooyyessuuf qooda fudhattoota gidduutti qindoominni cimaan barbaachisaa ta’uu ibsameera.
Gurraandhala 02/2018 Dh.K.D
Birichii raawwii hojiiwwan soorata barattootaa qooda fudhattoota waliin gamaaggamuun kallattii gara fuula duraa kaa’eera.
Nyaata barattootaa waliin wal qabatee dhiyeessii daabboo akkamitti fooyyessuu akka danda’amu irratti hoggantoota Daabboo Sheger, Ejensii Nyaataa, fi Biiroo Barnootaa waliin mariin gaggeeffameera.
Marii kana irrattis daangeffamni dhiyeessii daabboo waliin walqabatu kaasuun fooyya’iinsa itti fufiinsa qabuuf furmaanni kaa’ameera.
Maricha kan hoogganan Hoggantuun Biiroo Daldala Finfinnee Aadde Habibaa Siraaj akka jedhanitti, qooda fudhattoonni waliin hojjechuun sadarkaa soorata barattootaa itti fufiinsaan fooyyessuu akka qaban ibsaniiru.
https://www.facebook.com/profile.php?id=100069351701097
https://t.me/Addisababatradebureau
https://vm.tiktok.com/ZMB4AxNvr/
https://youtube.com/@addisababatradebureau-s2d...
https://x.com/ambomoti32832?s=21
Comments
Nothing was found.
Leave Your Comments