በንፋስ ስልክ ላፍቶ ክፍለ ከተማ ከሚገኘው የላፍ...

image description
- In ንግደረ    0

በንፋስ ስልክ ላፍቶ ክፍለ ከተማ ከሚገኘው የላፍቶ አትክልት ተራ የገበያ ማዕከል ነጋዴዎች ጋር ውይይት ተካሂዷል።

በንፋስ ስልክ ላፍቶ ክፍለ ከተማ ከሚገኘው የላፍቶ አትክልት ተራ የገበያ ማዕከል ነጋዴዎች ጋር ውይይት ተካሂዷል።

የአዲስ አበባ ከተማ አሰተዳደር የገበያ ልማትና አስተዳደር ዘርፍ ምክትል ቢሮ ኃላፊ አቶ ሽመልስ ሐሰኑ፥ ለአምራቹና ለሸማቹ የተሰጠ መብቶችና ግዴታውን በመተዳደሪያው ህገ ደንብ መሰረት ማስራት እንደሚገባ ጠቁመው መንግስት ገበያን ለመረጋጋትና የዋጋ ንረት እንዳይከሰት በቂ አቅርቦት ለማምጣት በትኩረት የሰራ መሆኑ ገልፀዋል።

የመንግስት ሱቅ እንደማይከራይና በውርስ ወደ ሌላ ሰው መዞር እንደማይቻል የጦቆሙት አቶ ሽመልስ መደበኛ ያልሆኑ የንግድ ስሪዓት በማዕከሉ ውስጥ ማስገባትና ማስራት እንደማይቻል ተናግረዋል።

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር የግብይት ዘርፍ ምክትል ቢሮ ኃላፊ አቶ ፀጋዬ ደበሌ ፥ የጊቢውን ንብረት ከመጠበቅ ባለፈ ከቆሻሻ የፀዳ ለመሆን ሁሉም ኃላፊነቱ መወጣት እንደሚገባ ገልፀው ማንኛው ነጋዴ የራሱ ሱቅ የስም ለውጥ የሚያደርግ ከሆነ እርምጃ እንደሚወሰድ አሳስበዋል ።

Mariin daldaltoota Giddugala Gabaa Kuduraa Kutaa Magaalaa Nifaas Siil Laaftoo waliin gaggeeffameera.

Itti aanaan itti gaafatamaan damee Misooma Gabaa fi Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Obbo Shimalis Hasanuu, mirgaa fi dirqamni oomishtootaa fi fayyadamaadhaaf kenname bu’uura seera bulchiinsaatiin hojiirra ooluu akka qabu eeruun, mootummaan dhiyeessii gahaa fiduudhaan gabaa tasgabbeessuu fi qaala’iinsa gatii ittisuuf ciminaan hojjechuu isaa ibsaniiru.

Dunkkaanni mootummaa kireeffamuu akka hin dandeenyee fi dhaalaan nama biraatti dabarfamuu akka hin dandeenye cimsanii kan dubbatan Obbo Shimalis, giddugalicha keessatti daldala al-seerummaa jalqabsiisuu fi hojjechuun akka hin danda’amne dubbataniiru.

Itti aanaan itti gaafatamaa damee Gabaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee obbo Tsagayee Dabale, qabeenya suuqichaa eeguun alatti, qisaasama irraa bilisa ta’uuf itti gaafatamummaa hunduu ba’uu akka qabu ibsuun, daldalaan kamiyyuu maqaa suuqii ofii yoo jijjiire tarkaanfiin akka fudhatamu akeekkachiisaniiru.

https://www.facebook.com/profile.php?id=100069351701097

https://t.me/Addisababatradebureau

https://vm.tiktok.com/ZMB4AxNvr/

https://youtube.com/@addisababatradebureau-s2d...

https://x.com/ambomoti32832?s=21

https://www.aacatb.gov.et/


Comments

Nothing was found.

Leave Your Comments